Akkamitti namni tokko haala diliin isaa cufti isaaf araaramteen rafa?… — Nashiida Mi'ooytuu™🎧 — TG.ME

Akkamitti namni tokko haala diliin isaa cufti isaaf araaramteen rafa?

Ergamaa Rabbii ﷺ akkana ja’a:

"Namni hoggaa gama firaasha isaa rafuuf achi deebi’ee: Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahu, lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa 'alaa kulli shay'in qadiir.
Laa hawla walaa quwwata illaa billaahil 'aliyyil 'azeem.
Subhaanallaah, walhamdulillaah, walaa ilaaha illallaahu wallaahu akbar ja’ee ,diliin isaa osoo hanga hoomacha baahrillee geeysee, Rabbiin ni araaramaaf."

(Ibnu Hibbaan odeeyse: 5528, Sheikh Albaaniinis Sahiiha je'een)


Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4
September 3, 2026 44