K/Abiyyi Maraate 🤣 Murni shiftaa PP Waraana koorii 2 Lixa…

K/Abiyyi Maraate 🤣
Murni shiftaa PP Waraana koorii 2 Lixa Tigiraayirra buqqeesse Lixa biyyitti Naannoo Asoosatti qubsiisee Dahannoo qotachaa jirti.

Gama birootiin ammoo hedduu kan itti Abdatee ture Dirooniin Akanjii /BayrKiter/Sudaan keessatti Rukatamee kufuun Naasuu hamaa qehee PP goolaa jira.

Itti muddii boo
👍1
May 24, 2026 546 2