suuraa kana maxxansanii haquun RIB fuula miidiyaa hawaasaa isaanii…

suuraa kana maxxansanii haquun RIB fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irraa dhahannaa onnee Isaayyaas ilaaluuf moo maali laata?

Waan itti hin amanamne maaliif dursa maxxansan?

Nullee mirqaansanii nu gaddisiisan🤣🤣
January 7, 2026 692