Hagayya 19/2018 Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa… — Oromia Legal Training and Research Institute — TG.ME

Hagayya 19/2018

Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Hordoftoota Amantaa Islaamaa maraan Baga guyyaa dhaloota Nabi Mahaammad S.A.W Waggaa 1501ffaa / Ayyaana Moowlidaatin/ isin gahe jechaa, Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaa fi gammachuu akka tahu hawwii qabu ibsa.
Ayyaana Gaarii!
❤5
August 25, 2026 1.8K