๐ฃ Aleeksiis Maak Aaliistar yaada waa'ee garee taphattoota Liivarpuul ilaalchisee:
๐ด "Tapha Niiwkaastil booda miseensa garee leenjisaa tokko waliin haala yaada keenyaa irratti mari'adheera. Nuti deeggartoota Liivarpuul; mana kana keessatti waggaa ce'umsaa (transition years) jedhamu wanti jedhamu hin jiru. Uffata kana hamma uffannetti seera tokko fi inni tokkichas kan qabnu: kilaba kanaaf hanga sagalee fiishkaa dhumaatti morkaanee injifachuudha. Y.N.W.A"
โ๏ธ๐๐๐๐๐โช || @ODAA_SPOORTII
โ๏ธ๐๐๐๐๐โช || @ODAA_SPOORTII

7
4
1
1August 30, 2026 2K 1