Kilabni Burnley Jeemii Vaardii waliin hanga dhuma bara kanaatti waliigaltee mallatteessuu isaa beeksiseera. 🗣 Vaardii: "Amma Burnley'tti argamuun koo baay'ee na gammachiiseera. Kilabni kun seenaa kubbaa miilaa dhugaa fi deeggartoota jaalala qaban kanneen garee isaan bakka bu'uufii fi magaalaa isaaniif malu qabu. Dirree irratti hojjii jalqabuuf, akkasumas gareen gara qajeelfama sirrii akka deemu gargaaruuf qophiidha." [Burnley FC] ✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII ✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
September 6, 2026 1.1K