🩵🤍🆕 Diyoogoo Leeyitee har’a ce’umsa bilisaatiin taphataa haaraa Laaziyoo ta’uudhaan mallatteessuuf Roomaa seeneera.
Waliigalteen hanga Waxabajjii 2029itti kan turu yoo ta’u, filannoo dabalata bara 2030 qaba.
[Fabrizio Romano]
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII

5
3
2
1September 6, 2026 963