🚨 Dani Carvajal erga Real Madrid irraa bilisaan gadhiisee booda, Liverpool fi Manchester Siitii tti akka dhiyaate himameera.
Fulhamis taphataa umrii 34 kana mallatteessisuuf yaadaa jira. Álvaro Arbeloa immoo carraa Fulham Carvajal argachuuf qabu keessatti gahee qabaachuu danda’a.
Hanga ammaatti Liverpool ykn Manchester City lamaan isaanii iyyuu waliigaltee irratti murtoo hin goone.
Carvajal dabalataanis kilaboota Ingilaand ala jiran irraa fedhii qaba.
[TEAMTALK]
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII

4
3
3
1September 7, 2026 581