🚨Harry Kane liigota Yurooppi gurguddoo 5n keessatti sadarkaa seenaqabeessa top 5 keessa galuuf galchii peenaalitii malee 4 qofatu isa hafa.
Inni yeroo ammaa kana galchii peenaalitii malee 254'n sadarkaa 6ffaa irratti kan argamu yoo ta'u, Klaus Fischer immoo galchii peenaalitii malee 257'n sadarkaa 5ffaa irratti argama.

9
3
2
1
1September 6, 2026 1.1K 1