Hasan Al-Basriin erga namni tokko awwaalamee booda qarqara qabrii… — Nashiida Mi'ooytuu™🎧 — TG.ME

Hasan Al-Basriin erga namni tokko awwaalamee booda qarqara qabrii irra dhaabbatee, gara nama isa cinaa jiru tokkotti achi garagalee akkana ja’ee gaafate:

"Osoo namni kun gara duniyaatti deebi'ee, maal waan hojjetu sitti fakkata?"
Namtichis: "Araarama Rabbi kadha, Towbaa heddummeeysa ,Salaata yeroo irratti salaata, hojii gaggaarii dabalatee waan Rabbiin jaalatu irraa sinqeeyfata" ja’ee deebiseef.

Hasan Al-Basriin : "Inni waan akkasii hojjechuuf carraan isaa dhumatee jira ,Ati garuu ammallee lubbuun jirta , kanaaf carraa kee kanatti fayyadami, if jalaa hin dabarsin (Inni carraa dhabeeti jira, ati garuu carraa qabdu kanatti fayyadami) " ja’een



Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4
June 28, 2026 575 1