Warra akka nu jaalatan nutti himaniitu jira, garu yeroo isaanii… — Nashiida Mi'ooytuu™🎧 — TG.ME

Warra akka nu jaalatan nutti himaniitu jira, garu yeroo isaanii waliin taanu miirri gad aantummaa akka nu dhagahamu nu godhan, isaan waliin jiraachaatuma kophummaan nutti dhagama.

Ammaas warra jaalala isaanii amma amma arrabaan nutti hin dubbannetu jira, garuu yeroo isaan bira jirru eenyummaa keenya jaalanna, nama bareedaa akka taane if argina, nama faxinaafii waa hubatu akka taane if argina.... miirri isaan bira yeroo jirru akka nu dhagamu godhan "ani bagaan ana tahe" akka ifii keenyaan jannu nu godha.

Isaan santu jaalalti gocha malee jacha qofaa miti jachuu nutti argisiise. Haa galatoomanii..!✨️

:¨·.·¨:
`·. 💛 Jaalalti miidhamaa miti, miidhagina 🌹


Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4
June 4, 2026 555