Qaroo Waamaraa: post #5575 — TG.ME

Albuuda gatii jabeettii
Warqer maqaa Warqee
Maalan ofiin jedhaa?
Gaafan qofaa si argee!


Warqee!
❤8
August 23, 2026 1.7K