Ammas si barbaaduufBakkee jooraan ooleSi arguuf si argadheeSiifan dhufa booleeQalbii bakkee joorteMichuukee godhatteeFurtuu kankoo dhorteOfii keetti na hidhattet.me/ForAllthingsEye/558253August 24, 2026 1.5K 2