Nama! Namni kitaaba ati yeroo hundumaa dubbiftu garuu boqonnaa isaa qabachuu fi hubachuu hin dandeenyedha. Si baqata. Si lagata. Amalli namaa tokko nama dhiisuudha. Nama dhiisii hirribnuu gaafa rakkoo kee argu Si baqata.t.me/ForAllthingsEye/558412August 25, 2026 1.3K 1