Firii Amantii Tsagaa Ze Aabi Nu eebbis ati Teklehaymanoti Miilakee tokkon ati kan dhaabatte Nagaaf araara biyyaaf kadhatte Debre Libaanos siin eebbifame Waadaankee guddaan ijaan argamee Waaqayyo Gooftaaf kan amanamtee Abbaa amantii taate argamte Sirraa barannee daandii kee hordofnaa Nu eebbis jennee maqaa kee waamnaa Sugaaf eebba kee sirraa hirmaanna Teklehaymanot kanaaf si waamnaa Qulqullumaa keen ati kan jiraatte Dhugaa amantiikee hundaaf mulliste Toloota samiitti lakkaawwamtee Kochoo ergamootaa samii argattee ==•|•== F/taa Mul’ataa Tazarraa 👇👇miseensa ta'a ⚜@yeedalo
August 29, 2026 369 6