@Yeedalo · 12.2K subscribers
Kun Iddoo Waaqayyoon Yeedalo Yaarediin, Baganna Dawiitin, Masiinqo Izraatin,akkasumas meeshaalee Faruuttin walaalo haaradhan itti galateefamuudha.
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/YeedaloIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created July 20, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 21, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Haadha icciiti koo Faruu haarawa An nan beekaa manni kee eddoo booqqonnaatti Eddoo nagaaf eddoo Tasgabiitti Eessaan deema hin jedhu yoon gadu Kidaanimihiraat osoo at naaf jirtu(2) Mana qulqulluumati fakkii kee fuuldura Booqqonnaan koo achii tulluu qulqulluurra Eddoo ebbiffaama mana keetti argam…
Galtani itti haa fufu faarsan haa dhiyaatu Waaqayyoon ni jira inni nama hin gatu Wanta dhageenyufi wanta ilaalluni Faarfachuu hin dhiisnaa hae fufu galtani Dhiigni wareegamtoota inni dhangala’e Kiristaanota hundaaf isatu abdii ta'e Akka amannu qofaaf nuti yoom waamamne Ibiddicha keessas galataa…
[media, no text]
💎💎ARAARSITU. Araarsitu Maariyaam araarsitu(×4) Araarsitu Yaa haadha garramii " Dubree maariyaami " yaa garaa laafeetti Eenyuu jedheen waama maqaa kee maariyaam nat ulfaate gochaan kee(2) Araarsitu yaa haadha jalaala "" sumaatu naaf caala " …
Qulqulleetti Koo yaa Maariyaamii (2) Qulqullettikoo yaa Maariyaamii Laphee koo waan gaarii Baasee ni dubbata Akka Abbaa Hiriyaaqosi Si galateenfata Qulqullettikoo yaa Maariyamii Ergamoonni Waaqaa Si galateenfatu Kan waa'ee kee beekuu Har'as haa dubbatu Qulqullettikoo yaa Maariyamii Kennaa …