@WalalooAO · 14.4K subscribers
Channel kana jalatti tajaajiloota mana kiristaanaa Ortodooksii armaan gadii argattu ❤️Barumsa ❤️Faaruu ❤️Walaloo Fi kkf YouTube koo Subscribe taasifadhaa! Samuel Dereje
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/WalalooAOIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created January 2, 2024per Telegram
We have been tracking it since August 23, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Odichi gadhiifameera Obboleettii keenya #Tesfanesh haala kanaan gaggeessinee jirra
https://vt.tiktok.com/ZSVpFYD11/ Kuni TikTok kooti Guyyaa boruu irraa kaasee seenaa mana Kiristaanaa bifa gabaabaa Fi ifa ta'een kutaalee walitti aananii dhufaniin barumsi waan kennamuuf #Follow, #like, #copylink, #Share gochuudhaan na jajjabeessaa.
https://youtu.be/jpL1tt-dnvI?si=ZqYWvAaf8JhWeZ0O Please subscribe godhaa!🙏🏻🙏🏻
[media, no text]
Abbaa Salaamaa 2_ffaa (አቡነ ሰላማ ካልዕ) Itoophiyaa keessa kan turan bara 1340 - 1380 tti yoo ta'u, dhalootaan Gibtsiidha. Phaaphaasii ta'anii kan dhufan ta'anillee, Akka phaaphaasota kaanii hojii hiikanii naannoo masaraa mootummaa taa'uu hin filanne. Akkuma dhufaniin Afaan Gi'izii sirriitti baratan. Bo…