🤩 Geenyeerra, geenyeerra…! 😊
Alhamdulillaah, geenyeerra! 🤩
Kunoo sagantaa keenya addaa fi jaallatamaa sanaan isin bira geenyeerra… 🤗🤗
Kabajamoo maatiiwwan Nuur Multimediaa, akkam jirtu ?
Chaanaaliin keenya sagantaalee bashannansiisoo fi barsiisoo garaagaraa dhiyeessuun ni beekama.
Borus akkuma barame #Sagantaa_Addaa wajjin isin bira dhiyaanneerra.
📌 #Mata_Duree:
#Islamumma_fi_qabsoo….🤗
🎙 Dhiyeessaa Keenya:
Keessummaa keenya jaallatamaa
#Beekkam_Gammadii
🎤 “Qopheessitu”
#Qanani_Awal
Waliin taanee yeroo gaarii dabarsina.
Akkasumas halkan keenya qiraa’ata Qur’aanaa bareedaan ni miidhagsina.
Qopheessaa: #Nuur_Multimediaa
Boru Galgala Sa’aatii 3:00 irratti karaa Telegram tamsaasa kallattiin nu eeggadhaa.
😊 Hirmaannaan keessan akka irraa hin hafne abdanna.
#Nuur_Multimediaa
#Telegram
#boru_Galgala_3_00
#Sagantaa_Addaa
#Tamsaasa_Kallattii
#Hin_Hafu_InshaaAllaah









