addunyaan kun tokkoof faallaa tokkoof qajeellataa kaan qamadii… — Walaloo jaalalaa — TG.ME

addunyaan kun tokkoof faallaa
tokkoof qajeellataa
kaan qamadii facaasee
cirracha haammata
@
kaan kolfa si affeeree
awwaara gurshita
tokkotti gadditee
kaan dhagaan gugsita
September 13, 2025 604