si jaallannaan hanga dhumaa jibbinaan funyaanin qabadhaa atillee… — Walaloo jaalalaa — TG.ME

si jaallannaan hanga dhumaa
jibbinaan funyaanin qabadhaa
atillee cidiidhaa
qaanqee baadheen beekaa si baqadhaa
abdi
❤5
July 19, 2025 678 2 1