galuuf yoo murteessite saaqxee onnee koo keessaa amman du'ee baduttii… — Walaloo jaalalaa — TG.ME

galuuf yoo murteessite
saaqxee onnee koo keessaa
amman du'ee baduttii
adabatteetu teessa
-
deemuuf yoo garaa hirtes
har'a karaa kee qabda
utuu laftin fagaatin
imala kee jalqabdaa
-
malee
-
galma gabaan fakkaadhaa
teessee gaafa na laaltu
yeroo feete ol seentee
yeroo feete kan baatu

abdi
❤7
October 27, 2025 449 4 1