jaallattee miti qocaan dhagaa duudaa kan baattu si dagachuun… — Walaloo jaalalaa — TG.ME

jaallattee miti qocaan
dhagaa duudaa kan baattu
si dagachuun salphaadha
hagas maran ulfaattuu
❤4
September 17, 2025 568 1 1