@temeslaw · 1.5K subscribers
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/temeslawIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created September 16, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 14, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Hojii Gaggeessaan Hojii Daldalaa Dhuunfaa (Sole Proprietorship) Yakka Taaksiitiin Gaafatamuu Ni Danda'aa? Sirna To'annaa Keessoo Yakka Taaksii Ittisuuf Dandeessisu Diriirsuu Isaa Hubachiisuun Itti Gaafatamummaa Jalaa Bahuu hoo Ni Danda'aa?? ===••••====••••======•••••=====••••• Labsiin Bulchiinsa Ta…
Adeemsa Waldiddaan Lafa Baadiyaa Naannoo Oromiyaatiin Walqabatee Uumamu Ittiin Furamu: Xiinxala Dhimmaa” ============================================================ Kan olitti warabbiin dhiyaate mata duree barreeffama (case analysis/comment) qo’annoo Seerota Bulchiinsa Lafa Baadiyaa mootummaa naann…
Miidiyaaleen Yeroo Oolmaa Dhaddachaa Qilleensarra Oolchan Suuraafi Maqaa Abbaa Seeraa Fayyadamuu Ni Danda'uu? Adeemsa Hojii Dhaddachaa Tamsaasa Kallattiitiin Dabarsuu hoo Ni Danda'aa? ===^^^=====^^^^^^=======^^^^^==== Qajeelfamni Sirnaafi Naamusa Hojii Dhaddachaa Manneen Murtii Oromiyaa Lakk.23/20…
Barreeffama gabaabaa ogeessi seeraa Almaawu Waalee mata duree "በኢትዮጵያ ወንጀል ፍትሕ አስተዳደር ውስጥ የንጹሕ ሆኖ የመገመት መብት እና የማስረዳት ደረጃ፡ የፌዴሬሽን ምክር ቤት አስገዳጅ ሕገ መንግሥታዊ ትርጉም ውሳኔ ትንተና" jedhu irratti hiikkoo heeraa Manni Maree Federeeshinii gaafa 29/10/2018 Lakk.Ga.151 ta'e irratti kenne ilaalchisee qopheessedha. Oli…