"Afrikaan Iddoo Awwaalchati" Puutin tu jedhe 🤔 Afrikaan Afrikaanotaaf iddoo awwaalchaa qofa. Dureessi Afrikaa tokko ⏩ Maallaqa isaa Switzerland 🇨🇭 olkaawata ⏩Wal'aansaf France 🇫🇷 deema ⏩ Garmanitti 🇩🇪 invast godha ⏩Meeshaalee chaayinaa 🇨🇳 Dubai irraa bita ⏩Sagadaaf Roomaa fi Makkaa deema ⏩Ijoollee isaa Europe tti barsiisa ⏩Bashannanaaf Ameerrikaa 🇺🇸 fi Kanaadaa 🇨🇦 deema Gaafa du'ummoo gara biyya abbaa isaa Afrikaa fidanii awwaalu. Afrikaan Afrikaanotaaf iddoo awwaalchaa malee waan biraa miti. Bakki awwaalchaa immoo akkamitti guddata?
February 17, 2025 211