SEERA - Arjaa ta'i, garuu dadhabaa hin ta'in. - Ija jabaadhu, garuu… — Gola Beekumsaa — TG.ME

5️⃣ SEERA - Arjaa ta'i, garuu dadhabaa hin ta'in. - Ija jabaadhu, garuu humnaan bulaa hin ta'in. - Gadi of deebisi, garuu hin qaana'in. - Jabaa ta'i , garuu gonkumaa addaggee hin ta'in. - Ofiin booni malee of hin tuulin. ━━━━━━━━━━━

August 25, 2024 313 2