Osoo dheebun keenya, siin ba’ee hin dhumatin🥺, Tasa nu dhiistee… — Riyad Abdo Officials — TG.ME

Osoo dheebun keenya, siin ba’ee hin dhumatin🥺,
Tasa nu dhiistee deemte, osoo nu hin dhaggeeffatin.
Jaalala keetiin nu mamsiistee, akka waan hin deemneetti
Gargar ba’iinsi dhufe, onnee keenya cabsuutti.

Yaa Allaah! Sooma keenya, rahmataan nurraa qeebali,
Dhiifama kee nuuf kenni, bifa gaariin nu ilaali.
​Waggaa dhufutti nu ga’i, nagaa fi gammachuudhaan,
Jannata kee nuuf kenni, badhaasa fi rahmataan.

Amin 🤲🤲🤲
👍7❤2
March 17, 2026 534