Milkiin Kee Milkii Kooti!
Obboleessako ani hunda caalaa jaalladhu, har'a hojii kee isa dhiibba uumu (Impactful) kanaan yeroo ati mul'attu arguun koo naaf Gammachuu guddaadha. Galmi ati geesse kun dadhabbiin kee bu'aa akka qabu ragaan ba'a.
Kitaabni kun dubbistoota baay'ee bira ga'ee jireenya namootaa irratti jijjiirama akka fidu nan amana. Ofitti amanamummaa fi dandeettii kee kanaan gammachuuf, jaalala guddaan siif qaba! Jihad Mohamed
#Viral #newbook #brotherhood #growth

13
7
1May 8, 2026 722 2