@qoosa1 · 976 subscribers
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/qoosa1Is this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created June 21, 2021per Telegram
We have been tracking it since September 5, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Nama gabaabaadhaaf text dheeraa barreessuun nama sana tuffachuudha !!
Brooko Chiikii Fi Suusii Hin Qabaatin Malee,Nuurooma Wuddinnatii Kana Keessa Fataa Jettee Jiraatta😁
Wal barree guyyaa sadii booda kaardii abbaa shanii naa guuti jettee😡 Durumayyuu akkaa isheen qabeenya koof na barbaaddee naa galee tureem🤦♂
Intalli Isheen Sila Dhiirri Se'anaa Gaa'ilaaf Hin Ta'uum Jechaa Deemtu Sunimee Akaakaankoofaa Lubbuun Jiruum Sii Gaafadhuuree.
Waggaa sadii guutuu na diddee galgala kana naannoo saatii 11:30 tti ok naa jette
Ka'ee intala shimee fuudhee kilaasteraan nama hoomishuu laata?