Jawaar nan supha jedhaa Tsagaayeen nan jigsa jedhaa marroon nan… — Qoosaቀልድ — TG.ME

Jawaar nan supha jedhaa  Tsagaayeen nan jigsa jedhaa  marroon nan raasee dhaadhaa baasa jedhaa  Abbiyyi nan badhaadhessa jedhaa  gidduutti  sa'a ibidda dhale taane.😭

January 26, 2025 2.9K 1 4