@nuredin_00 · 675 subscribers
"Namni hundi waanuma yaadu dubbata. Ani yaadaafiin si qaba. Jaalala malee humaa sirraan barbaadu♡." Nagaan siif haa tahu. https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/nuredin_00Is this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created November 11, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 17, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Sababuma hedduu dubbatteef malee, sababa hedduu callisteef namni ati dhabdu tokkolleen hin jiru. Dubbii xiqqeeffadhu.
- Waan arra facaafatte boru haammatta. Waan facaaftu hubadhu. Akka boru yeroo haamtu qoreen hin diramneef.
Rabbi waan ati hin dandeenyeen sin mokkoru. Obsi humna kee amanii jiraadhu.
Namoonni milkaa'oon yeroo hunda nama gargaaruun gammachuu argatu. Garuu namoonni dadhaboon, nama gargaaruu irraa bu'aa maal akka buufatan yaadu. Garaagarummaa jireenyaati.
Jireenyi kun akkana... Guyya tokko tokko, guyyaa ati jaalattu, guyyaa tokko tokko, kan ati hin hubanne, guyyaa tokko tokko, kan akka gar malee yaaddu si taasisu, guyyaa tokko tokko kan maaliif akka jiraattu wallaalchisee si naasisu, guyyaa tokko tokko kan osoo akka dhufuu eegaa jirtu, Garuu dhufuun …