Mana Marii Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Dameen… — Dr. Mohammed salih — TG.ME

Mana Marii Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Dameen Hajjii fi Umraa Hajjii bara 1447 (2018) Hujjaajota Sa'udii Arabiyaatti Dhaabbata tajaajila geejjibaa kennu waliin waliigaltee mallatteesse.

Sadaasa 17/2018

Koreen Tajaajila Hajjii Manni Marii Waligala hajjii bara 1447 (2018) irratti Keessummoota rabbittif Tajaajila kennamu fooyyessuuf hojii qophii bal’aa hojjechaa jira.

Kanneen keessaa Manni Marichi caalbaasii dhaabbilee tajaajila geejjibaa keennanuf baaseen dhaabbata caalbaasii injifate waliin waliigaltee mallatteessineerra.

https://www.facebook.com/100063572244563/posts/pfbid0sppJnVGsgLKGth9BvD1kFGbF7E6acvHKwgM1Qe5JEnN6xRTnuM1HRmHWmUZxseyHl/
❤4👍1
November 26, 2025 726