@Jamsukkaa · 8.6K subscribers
✨ Yaada nama jijjiiru, gorsa jireenyaa fi ergaa qalbii nama tuqu. 🤍 — https://t.me/Jamsukkaa
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/JamsukkaaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created July 29, 2022per Telegram
We have been tracking it since August 28, 2026
Also reachable as @jemsiquotes
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
“Tokkoon keessan hanga fedhiin isaa waaniin an ittiin dhufe kan hordofu ta’utti hin amannee ja’e.” Rasuulliﷺ 📜 ♡ ✉️ ⎙ ⌲ 🔕 ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ Join Us// @Jemsiquotes
Jireenya keessatti, wanti ati dhugumaan barbaaddu yeroo baay’ee salphaatti hin argamu. 😌 ♡ ✉️ ⎙ ⌲ 🔕 ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ Join Us// @Jemsiquotes
#Qaphxii joollee biraanu naggaa takka qeerroo biraanuu juulaatu karaa itti cufe mo isin bira geesse guys 👋🤣🙆♀️ ♡ ✉️ ⎙ ⌲ 🔕 ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ Join Us// @Jemsiquotes 📩
Dubbachuu keetiin dura itti yaadi Jechi kee tokko nama kolfisiisuu, ykn boochisuu danda'a.✨ ♡ ✉️ ⎙ ⌲ 🔕 ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ Join Us// @Jemsiquotes
Ifni nagaa fi gara laafina nu barsiisa. 🌿 Dukkanni ija jabinaafi dandamachuu nu barsiisa. 💪 ♡ ✉️ ⎙ ⌲ 🔕 ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ Join Us// @Jemsiquotes