Youtube Tv Hamiltan butameera. Karaalee Tv Hamiltan ummata isaa bira… — Dr. Mohammed salih — TG.ME

Youtube Tv Hamiltan butameera.

Karaalee Tv Hamiltan ummata isaa bira qaqqabu keessaa tokko karaa you tube ture. Tibbana qaama hin beekamnee you tube Tv Hamiltan Viidiyoolee 1500 ol qabuu fi hordoftoota dhaabbataa (Subscribe) kuma 67 ol qabu butameera.

Tv Hamiltanis sababa kanaa you tube haaraa banuudhaan tokko jedhee eegaluuf dirqameera. Kanaaf ummanni muslimaa afaan kana dhageessan hundi you tube haaraa kana hordofuudhaan (Subscribe) gochuudhaan aantummaa qabdanu akka agarsiisatan isin gaafanna.

Liinkii armaan gadii kanaan seenuun hordofaa.
https://youtube.com/@hamiltantv1?si=gTULcInDIR5WLXWc
February 17, 2026 558