Kabajamtoota Ummata Muslimaa biyya Keessaaf biyyaan ala jirtanu, baatii akkaan qaalii ta'e keessa arfaasaa kayirii keessatti argamatanu Rabbiin milkii biyya lamaanii isin haa gonfachiisu.
Tv Hamiltan Hamilee Ummataa qabeenya ummata muslima maraati. Tv Hamiltan sa'atii 24 qilleensa irraan sagantaa ummata isaa barsiisu tamsaasaa hardhas itti fufeera.
Maarree imala daawwaa Islaamaa balbaldhisuu fi tamsaasuu kana keessatti namni martuu hanga danda'e qooda akka irraa fudhatuuf hulaan hunduu banaadha. Kanaaf kallattii isiniif mijateen hanga dadeessaa daawaa Islaamaa irraa qooda fudhaa isin jechaa waamicha isaa dhiyeessa.
Kallattii Akkaawontii armaan gadiitiin hirmaadhaa daawaa Islaamaa deeggaraa qooda irraa fudhaa!!
Tv Hamiltan
CBE 1000 33 00 22 8 96
CBO 10000 52 84 24 96
Hijira 1000 73 33 30 00 1
Oromiyaa 13 58 65 58 00 00 1
Swift Code: ORIRETAA
4March 12, 2025 1.1K