Beeksisa Galmee Barattootaa 2019
Manni barumsaa Maarvil galmee barattoota idilee Oolmaa Daa'immanii hanga kutaa 12ffaa galmee irra kan jiru yoo ta'u, galmeen barattoota buleeyyii hanga Hagayyaa 10 bara 2018 qofa akka ta'ee fi Hagayyaa 11 irraa kaasee iddoo barataa hin galmoofnee Irratti barataa haaraa kan simannu ta'uu cimsinee isin beeksifna.
Iddoon Galmee
1. Oolmaa Daa'immaniif: Ganda Hanquu(06), Meerii Istoops Cinaa.
(Sagantaa Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa)
2. Kutaa 1ffaa-8ffaa: Mana Barumsa Maarvil Sad 1ffaa Ganda 06, Hootela Qananii duuba.
(Sagantaa Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa)
3. Kutaa 9ffaa-12ffaa: Mana Barumsaa Maarvil Sad 2ffaa, Ganda walkeessaa( 10) qajeelcha poolisii Magaalaa Asallaa fuldura.
የ2019 ነባር ተማሪዎች ምዝገባ ማስታወቂያ
የማርቭል ት/ቤት ከአፀደ ሕፃናት እስከ 12ኛ ክፍል ላሉ የነባር ተማሪዎች ምዝገባ እያካሄደ ሲሆን, የነባር ተማሪዎች ምዝገባ ነሐሴ 10 ይጠናቀቃል:: እስከ ነሐሴ 11 ባልተመዘገበ ተማሪ ቦታ አዲስ ተማሪ የምንቀበል ይሆናል::
የምዝገባ ቦታ
1. አፀደ ሕፃናት ቀበሌ 06 ከሜሪ ስቶፕስ ጎን
2. ከ 1ኛ -8ኛ ክፍል ማርቭል 1ኛ ደረጃ ት/ቤት ቀበሌ 06 ከቀነኒ ሆቴል ከፍ ብሎ
3. 9-12ኛ ክፍል ማርቭል 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ቀበሌ 10 ከአሰላ ከተማ ፖሊስ መምሪያ ፊት ለፊት






