🔥 Network jechuun maal jechuudha?
✔️ Network jechuun walitti hidhamiinsa meeshaalee lamaan ol ta’ee odeeffannoo waljijjiiru danda’an.
✔️ Fakkeenya: bilbila, computer, Wi-Fi router, server… hundi networkiin wal qunnaman.
Afaan salphaatti:
➡️ Network = karaa odeeffannoo itti dabarsu fi wal qunnamtii itti godhannu.
🔥 Faayidaan Network maali?
Networkiin hojii hedduu nuuf tajaajila, isaan keessaa:
✔️ 1. Odeeffannoo waljijjiiruu
Fakkeenya: email, message, file erguu.
✔️ 2. Interneetii fayyadamu
Network malee internet hin fayyadamnu.
✔️ 3. Bilbila tokkicha alaatti wal biluu
GSM / 3G / 4G / 5G networkiin bilbila irratti hojjetti.
✔️ 4. Hojii waliinii (collaboration)
Manneen hojii, bankii, hospitaala, mana barnootaa — hundi networkiin hojjetu.
✔️ 5. Tajaajila tajaajilaa (services)
Fakkeenya: mobile banking, social media, cloud storage, Zoom, Telegram… hundi network isaan barbaachisa
🔗 Yeroo itti aanu Gosoota network 1G haga 5G waliin ilaalla

November 19, 2025 84