$Ton sadarkaa kanatti gad bu'a jedhee eenyuutu yaadee beeka?
Crypto Predict gochuun baayyee ulfaataadha!...yeroon kun Coin kamuu bituuf yeroo gaarii ta'uu danda'a, garuu ammas Persentiin namoota Sell godhaa jiranii guyyaa guyyaan dabalaa waan jiruuf...dafeema pump ta'uuf illee baayyee rakkisaadha! Mootiin Crypto kan ta'e bitcoin illee Volume isaa gara million 404 tti gad bu'ee jira,😒 kun immoo sa'atii kana namni crypto trade gochuuf sodaa akkamii keessa akka jiru argisiisa!
Hanga January haaluma kanaan waan itti fufu fakkaata!😳

December 1, 2025 230