@kitabaforo · 2.3K subscribers
Chaanaliin Kun kitaaboota Afaan Oromoo gaggaarii ta'an barbaade siinif dhiyeessa
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/kitabaforoIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created April 14, 2024per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
"Qarshii Hamma Barbaadde Irratti Barreeffadhu!" Billionaire Bill Gate Guyyaa tokkodha gaazexeessituu tokkotu Duureessa Addunyaa kanaa kan ta'e Bill Gate waliin af-gaaffii (interview) gooti. Gaazexessitittiin gaaffii ishee keessatti, "dhoksaan fiixaan ba'insa keessanii maaliidhaa?" Jettee isa gaafat…
[media, no text]
#Jechoota Hayyoota "Namni kan baratu tokko qubeedhaani, tokko rakkinaani". ' Looreet Tsaggaayee G/madin' "Hiriyaan sobaa fi gaaddidduun lachuu tokkuma. Lachuu kan si waliin turan hanga ifti jirutti." ' Wiiliyaam Sheekispar' "Jalqabuuf milkaa'aa ta'uun sirraa hin eegamu. Garuu milkaa'u…
Niilsaan Mandeellaa Yeroo Yunivarisiitii keessatti baruumsa seeraa barachaa turan waan isaan mudate dha. Yeroo sanatti barsiisaa adii Piitar jedhamu qabu ture. ❶ Guyyaa tokko Pirofeesaar Piitar nyaata osoo nyaataa jiruu Mandeellaan nyaata isaa qabatee bira ta'e. Pirofeesaarichis "Mandeellaa Booyyee…
kitaabaa kota kolfa keessa kan fudhatame Kan Dubartootaa Hin Beeku...! Barsiisaa Baayoloojiitu barattoota isaa barsiisa ture—gaaf tokko. Mata dureen barumsa isaa waa'ee madda ykn ka'umsa dhala namaa ture. "Madda dhala namaa ila…