彡• Re’een baala agarte qeerransa hin argitu. 彡• Harree hin qabnu… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

彡• Re’een baala agarte qeerransa hin argitu.

彡• Harree hin qabnu, waraabessaanis wal hin dhabnu.

彡• Bara gaddaa mataa lafa godhu


📚 @jechama
❤20👍3
October 29, 2025 9.7K 4