Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu. #Ablee qara lamaa, beekaatu… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

#Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu.

#Ablee qara lamaa, beekaatu itti fayyadama.

#Bakkuma dhaqqabani kan hoqqatan.
❤25
October 28, 2025 9.6K 11