彡• ''Situ diriiree of qochisiise,'' jedhe gaarri, Lafa diriiraa gadi ilaalee. 彡• Garaa nagaya qabu sukkuumuun, dhukkuba itti fiduudha.彡• Dhulaandhula garaa jiru, saani cinaacha arraaba.t.me/JECHAMA/6394952October 18, 2025 11.5K 13