彡• Nama horii hin beekneef, lukkuun luka lamaas horiidha.彡• Harkaan kennanii, miilaan barbaacha deemu.彡• Keessummaan keessa namaa hin beekne, gaaffii namatti dheeressiti.t.me/JECHAMA/6384412October 16, 2025 11.6K 15