彡• Keessummaa qamalee, raafuu keessati argu. 彡• Akka cabanitti… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

彡• Keessummaa qamalee, raafuu keessati argu.

彡• Akka cabanitti hokkolan.

彡• Alagaa fi dukkanatti ija hin baasan.
👍32❤17
October 14, 2025 12.1K 8