Gaazexeessaa : Isin akkamitti hanga waggaa 60 kana muluu jaalalaan… — Burqaa jaalala dhugaa 💓 — TG.ME

🕵‍♂Gaazexeessaa : Isin akkamitti hanga waggaa 60 kana muluu jaalalaan wal dandeessanii jiraattan ?!
👥Abbaa warraa fi Haadha warraa : Nuti bar ummata yoo meeshaan manaa cabe baasee darbu osoo hin taane, deebisee suphuu bar...jechuun deebisaniif.

@ https://t.me/Jalalaadh 🌹
❤5👍2🥰2💯1
August 29, 2026 1.7K