@Imala_Jaalalaaf · 792 subscribers
Chaanalii kana keeesatti :- 👉 Seenaa jaalalaa 👉 Asoosaamoota gaggabaaboo 👉 Walaloo jaalalaa ni argattu 👉👉👉👉👉 @Imala_Jaalalaaf join godhaa!
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Imala_JaalalaafIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created September 28, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 23, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
[media, no text]
Dorgommii Guddaa Seeddoo Maarshaal fi Joonii Juu Juutisu: Eenyutu Injifata? Har'a halkan galmaa Muuziyemii Aduwaatti dorgommiin eegamaa fi hawwisiisaan kun ni gaggeeffam a. Dorgommiin kunis Ispoortesitoota lama—Seeddoo Maarshaal (Kaamil Nagaash) fi Joonii Juu Juutisu (Yohanniis Silashii) gidduutti …
International NGO kanneen armaan gadii beeksisa qaxarriif baasan waan maxxansinuuf telegram keenya yeroo yerootti hordofaa🙏 Action Against Hunger (ACF) ActionAid ADRA – Adventist Development and Relief Agency Alight Amref Health Africa CARE Ethiopia Catholic Relief Services (CRS) ChildFund Christia…
✅✅Bakka adda addaa deemtee beeksisa hojii dubbisuun si dadhabsiiseeraa? Kunoo nuti beeksisa hojii bakka adda addaati bahu hundumaa walitti qabnee bakka ati jirtutti siif dhiyeessineera👇 Kan qofaa miti: ABJUUN HOJII KEE KARAA KEENYA NI DHUGOOMA!" 🎯 ✅ Beeksisa Hojii Guyyaa Guyyaan ba’u (Latest Va…
🗣 Ati isa kam? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise. 1. Qodaa jalqabaatti dinnicha. 2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu. 3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee . Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise: ➡️1. Di…