Dhiirota akkasii wajjin jireenya milkaa'inaa hin dabarsitu !
1. Dhiira Xuuxuuf araadaan dhukkaa'ee suusiin rukutamee Laamsha’e
2. Dhiira Salaata dabarsu (hin salaanne)
3 Dhiira Salaata walitti guuree salaatu
4 Dhiira Haadhaf Abbaa isaatti Jallatu
5 Dhiira Dubartitti qoosu
6 Dhiira waa'een islaamummaaf muslimootaa isa hin yaachifne
7 dhiira Dogna waa hiixachuu harki isaa hin beekne
8 Dhiira Bu'uura Diiniif Aqiidaa isaa hin beekne
9. Dhiiira Rizqii barbaacha dhiisee harka maratee taa'u
10. Dhiira karaa Rabbii irratti si hi kakaafne si hin gorsine ati jallattee qajeeltee dantaa hin qabne
11 Dhiira uffannaan ati uffattee batuuf kabajaan uffaannaa keetii itti hin dhagahamne
12. Dhiira maalummaa abbummaa maatii hin beekneef waa'ee haqa isaa malee isa hin yaachifne
13 Dhiira qofaatti si dhiisee imala bayisu
14 Dhiira bakka itti aaran hin beekne yeroo hunda aariin irraa hin fagaanne
23
10
1June 12, 2026 3.2K 9