Ati tokkoma kooppiin kee hin jiruu, Nama kamiinuu of hin madaalin. Namni kamiyyuu daandii, haalaa fi kaayyoo mataa isaa qaba. Yeroo hunda nama biraa bira of qabuun gammachuu kee hata. Dorgommiin dhugaa mataa kee wajjin Daandii kaayyoo imala qabsoo kee wajjin taasisi Madaala kee kan beeku sima qofa. Yaadadhu : Kaleessa caalaa har’a fooyya’aa jirta taanaan boruun kee immoo harra irra fooyyeedha Tarkaanfii Qabatamaa: Ogummaawwan qabdu sadii barreessi, isa irrattis Rabbiin galateeffadhu. Wantoota qabdu kana irratti gadi fageenyaan akka of gahoomsitu daandii boci "حكمة " الشكر قيد للموجود وصيد للمفقود Rabbiin galateeffaan Qalbii keef Gammachuu kenna Waan qabduuf barakaa argatta isa dhabdeef immoo aragannoo ta’a https://t.me/Imaluuf/
Ati tokkoma kooppiin kee hin jiruu, Nama kamiinuu of hin madaalin… — Imalli Koo Galma Qaba — TG.ME
July 28, 2026 2.4K 6