Oduu ajaa'ibaa — Magaalaa Hawaasaa Irraa!
Sareen isin argitan kun adoo hin du'in nama ture, achii gara sareetti jijjiiramee, namoonni gara sareetti jijjiiramuu isaa argan baayyee rifatan, dafanii isa ari'anii ajjeesuuf yaalan, kun falfaladha jedhanii ajjeesuu ari’an. Innis "Ani Abbabaadha’, maaloo na hin ajjeesin" jedhee kadhate, ummanni garuu isa ajjeesuu irraa duubatti hin deebine. Kana booda Abbabaan lubbuun hin jiru😭
Taatee kun kan raawwatame magaalaa Hawaasaatti yoo ta'u, namoonni achi turan hedduun taatee kun dhugaa ta'uu mirkaneessaniiru. Abbabaan lubbuu isaa nageyaan haa boqatu.