Ilmi namaa gosa afur qaba ▪️1. Nama beeku, akka beekus beeku. Namni… — GALAA SAMMUU — TG.ME

Ilmi namaa gosa afur qaba

▪️1. Nama beeku, akka beekus beeku. Namni kun hayyuudha obsaan irraa baradhu.

▪️2. Nama beeku, garuu akka beeku hin beekne. Inni kun dagateera, kanaaf callisii isa yaadachiisi.

▪️3. Nama hin beekne, akka hin beekne beeku. Inni kun barataa waan ta'eef gaaf tokko hayyuu guddaa waan ta'uuf itti fufiinsaan barsiisi.

▪️4. Nama hin beekne, akka hin beeknee fi beekuuf illee fedhii hin qabne . Inni kun gowwaa waan ta'eef isa irraa fagaadhu


Ati isa kami?

New mindset === New results



https://t.me/Tadilaa
https://t.me/galaa24

https://www.facebook.com/tedilakasim7?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
Telegram
Hamilton🌹
You can contact @Tadilaa right away.
👏1
August 6, 2026 375 3