Hojii Sirna Daldala Kallattii hojjettu keessatti wantoota gurguddoo saditu jira. 1ffaa. Omishaalee dhaabbatichaa qabda. Yoo namoonni tokko tokko Omisha sana gabaa keessatti milkeessanii ati immoo hin milkoofne ta'e, dogoggorri omisha Sanaa miti. Jechuunis, namni hundi dhabbata sana keessa jiran oomisha walfakkaataa dhiheessu. 2ffaa. Karoora kaffaltii dhaabbatichaa qabda. Yoo namoonni tokko tokko mallaqa baay'ee argachaa jiran ati immoo hin arganne ta'e, dogoggorri karoora kaffaltii Sanaa miti. Dhiiraaf karoora tokko dubartiif immoo kan biraa hin jiru. Akkasumas umurii adda addaa, sadarkaa barnootaa adda addaa ykn halluu gogaa irratti hundaa'ee garaagarummaan hin jiru. Karoora kaffaltii jechuun nama hundaaf wal qixadha. 3ffaa. Qaamni 3ffaan isa hundumaa caalaa barbaachisaadha. Innis SI'IIDHA. Jijjiramaan guddaan dhuguma si qofa. Namni hundi omisha wal fakkaataa fi karoora kaffaltii walfakkaataa qaba; garuu garaagarummaa milkaa’inaa fi kufaatii jidduu jiru kan murteessu si taata. Akkuma ogummaa kamiiyyuu, dandeettiiwwan muraasa barachuu si barbaachisa. Kana jechuun, yeroo ammaa irraa eegaluun itti gaafatamummaa guutuu fudhachuu qabda. Har'a murteessi. Bu'aa dhabuu kee irratti nama ykn waan biraa kamiiyyuu gonkumaa hin komatin. #Maddi: Go pro Ogeessa ta'i New mindset === New results https://t.me/Tadilaa https://t.me/galaa24 https://www.facebook.com/tedilakasim7?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
TelegramHamilton🌹You can contact @Tadilaa right away.Hojii Sirna Daldala Kallattii hojjettu keessatti wantoota gurguddoo… — GALAA SAMMUU — TG.ME
July 3, 2026 395